Posts filter


Guyyaa har'a bu'aan qormaata biyyaleessa kutaa 12ffaa Kan bara 2016 Sa'aa booda ni ifoom gadaapost haala jiruu hordoofudhaan sinbiraan waan gahuuf nu eegadhaa.

@Gadaa_post filannoo mama maraa .


Bu'aan Qormaata kutaa 12ffaa kan bara 2016 wiixata Qammee 4 ni ifooma .

Qormaan biyyaleessa bara kana waraqaadhafii oline 'dhaan kennamuun isaa ni yaadataam

odeeffannoon dabalataa yoo jirtee sinbiraan geenya nuu hordoofa.

@Gadaa_post




Muummeen ministeera Dr Abiy Ahimad turtii isaan chaayinaa xumuruudhan gara Itiyoophiyaa deebi'aaniiru.

@Gadaa_post


Gaaggeesitoon addaa biliisummaa oromoo (ABO) waggaa 4 ffi mana hidhaa keessaa turaan gadii lakkifamuu isaanitiin gaggeessan kongiraasii fedeeralistii oromoo obbo jawaar muhaammad jajaabeesaniiru.

obbo jawaar , gaageessitoon gadii lakifamuu isaniitiin baay'ee gammaaduu ibsaniiru.

Mootummaan hidhamtoota polotica haafaan gadii lakkisuudhan hidhaannoo lolaa hundaa mariidhaan akka furamuu gochuudhaan hojii garii kana akka itti fufu gochuu qaba jedhaniiru .

@gadaa_post




Naannoo tigiraayiitti namoonni 380 dhibbee koleerattin qabaman

Dhibbee kanan hanga ammaatti lubbuun namoota 8 darbuu birroon fayyaa naannoo tigiraay beeksiseera.

namoonni 341 yaalaa fayyaa gaha argachuudhan garaa mana isaani akka deebi'aan birrichaatti hirmaana hawaasaa fi oggeessa yaala fayyaa olaanan obboo mulaatuu taaddaassa himaniruu.

Yeroo amma kana namoota 31 yaalii fayyaa taasifama akka jiruu himaniiru.

dhibbichii naannoolee tigiraay 27 keessaatti mul'achuu himameera

irraa caalaa namoonni dhibbee kanan qabama jirraan namoota hojii warqii baasuurratti hirmaataan ta'uu beeksisaniiru.

@gadaa_post




Ethio-telecom baasii birr miiliyoonna 67 ol baasuudhaan deeggarsaa dabtaara taasise.

Kubaaniyichii baraattoota akka biyyaatti argaman barattoota kuma 75 deeggarsaa dabataarra kuma 9 taasiseera.

Deegarsaa dabataara kanaan manneen barnoota kuma 9 fi 30'n faayyadama akka ta'aan hojii gaggeestuun firiiyoot tamiruu ibsiteetti.

Guyyaa har'as "abdii boruu " jechuudhan kuuta magaalaa buraayyuu mana baruumsa laakuu kaataatti argamuudhan deeggarsaa dabatarraa taasisaniiru.

@gadaa_post




Hojii keenya eegaluuf jeenna Mee akkamit nu simaatu

8.2k 0 5 24 109

Jirtuu


hordoftoota gadaapost gadaapost yeroo dhiyoo as odeeffannoo sinbiraa qaqabsiisaa ture sababa garagaraatiin addaa kutuun Isaa ni yadaatam Amma garuu haalaa Isaa duraatt deebi'uudhaan guyyaa murasaa booda odeeffannoo haqa qabbeessa sinbiraan gahuf qophii Isaa xumureerra hanga Sanaa hiriyyoota kan keessaaniif channel keenya kana share godha nu jajjabeessaa galtooma 🙏


Yeroo dhiyootti nu egaadha.


Jirtuu


bot telegram hojeechu jalqabeerra garuu baay'ee nama rakkisaa irraa dedeebiidhan yaalaa @eaesbot


xiqoo obsaa

ministeerri Barnoota sa'aatii jedhameetti waan hingadhiifamneef dhiifama gaafacha jira ammaas obsaan egadha sirreefamoon tokko tokko taasifama jiru .

20k 0 12 9 65

Qabxiin hanga amma gadii hin dhiifamne barattoonni obsaan egadha maloo🙏


siisitamaraatti rakkoon waan muudateef obsaa .barattoonni karaa school code fi Reg.num akkasumas first name fi Reg.num akka ilaalataan gochuuf jecha rakkoon siisitama muudateerra.

hanga amma barataan hojeetef hin jiru!


Daqiiqaa muraasatu hafee obsa daqiiqaa 10 qofa 😎

20 last posts shown.

11 230

subscribers
Channel statistics