Forward from: 𝙃𝙞𝙞𝙠𝙖𝙖 𝙔𝙖𝙖𝙙𝙖𝙖 ✍️✍️✍
#Hiriyaa akkamii qabda??
Yeroo wal argitan waa’ee maalii haasoftu??
1.Waa’ee Daldaluu/Biizinaasii
2. Waa’ee Invest gochuu?
3. Waa’ee Ispoortii hojjechuu fi Nyaata ofii beekuu?
4. Jijjirama Sammuu?
5. Of Jijjiruu?
Warreen armaan olii taanan hiriyaa dansaa qabda itti fufi Kanaan ala waan waa’ee hin baafne dubbachaa ooltu taanan dammaquu qabda
Rakkoon naafummaa sammuu caale hin jiru. Gidiraan sammuun gabroomuu caale hin jiru, hin jiraatus. Rakkoo kana jalaa bahuuf immoo sammuu keenya leenjisu qabna. Sammuun leenji'e burjaajjii irraa nu bilisoomsee yaada keessoo keenyaa akka jiraannuu fi hiika dhalachuu keenyaa akka jiraannu nu taasisa!.
#Jireenya kee harka caalu #sammuu kee keessatti dabarsita. Mana yeroo dheeraa keessa jiraattu kanammoo; jibba, inaafaa, ofittummaafi gandummaa irraa bilisa godhadhu Guyyaa milkii
Namoonni amaloota armaan olii qabdan kesssaan na dubbisaa waliin hojjanna @Hayilug irratti na dubbisaa
@Hiikaayaadaa