KANA BEEKTU⁉️


Channel's geo and language: Ethiopia, Somali


Kana beektu irratti: Wantoota ajaa'ibsiiso
Seenaale garagaraa fi Wantoota addunyaa keenya bifa salphaan argattu

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, Somali
Statistics
Posts filter


Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqi.


😱😱😱 Warroota amma online irra jirtan qofaf kardii barbaadan filachuun badhaafama ta'a 🫵💥


𝗗𝗮𝗱𝗱𝗮𝗳𝗮𝗮 𝗙𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝗮𝗮.

𝗱𝗮𝗾𝗶𝗶𝗾𝗮𝗮 30 𝗤𝗼𝗳𝗮𝗮𝗻 𝗞𝗮𝗳𝗳𝗮𝗹𝘁𝗶𝗶 𝗠𝗮𝗹𝗲𝗲 𝗧𝗮𝗷𝗮𝗮𝗷𝗶𝗹𝗮 𝗚𝗼𝘀𝗮 𝗦𝗮𝗱𝗶𝗶 𝗞𝗲𝗻𝗻𝗮𝗮 𝗝𝗶𝗿𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗻 𝗶𝘀𝗮𝗮 𝗯𝗲𝗲𝗸𝗮𝗺𝗮𝗮𝗱𝗵𝗮. 𝗜𝘀𝗶𝗻𝗼𝗼 𝗸𝗮𝗺𝗶𝗶𝗻 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗱𝗱𝘂?


GOOOOOOOOOOOOOOOOOOOAAAAAAAAAL ITIYOOOOOOOOPIYAAAAAA

Kubbaa ajaa'iba biyyi keenya kiyyoo keessa buuste daawwachuuf live kan jedhu tuqaa 👇👇


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Seekondii 20 booda nii haqama 👀

Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardii moobaayila qophaheera 👊

Dafaa nama 20 qofa boooooooom 🫵


Badhaasa kaardii gaaffi sadarkaa qabun qophesssine jirra kanneen gadii keessaa tokko filachun irratti hirmaadhu.




Kana beektuu ⁉️

Laga jaalalaa (lake of love) jedhamuun kan beekamuu yoo ta'uu innis UAE keessatti Magaalaa Dubai irraa 40km fagaate gammoojjii Rub Al-Khali keessatti argama. Yeroo hedduus bakka garaagaraa irraatii namootni Laga Namtolche Kana daawwachuuf ni dhufuu harkii caalaan isaa immoo jaalallewwani (Couple) dha.


Kana beektuu ⁉️

Akka tasaa osoo qarshii biyya Awostiraliya(Australia) Dollara $10 bakka lamatti kuttee gartokke isa akka Dollar $5 tti fayyadamu dandessu


Miseensi chaanali keenya hundi isinirra turu keenyaf dhiifama jecha
Kan wajjiin turru taha nu hordofuun dagatinaa🚶‍♂️🥰


Warri Miillaan asii kaatanii Nairobi qaqqabdan achumaan Netherlands tti kutaa.

Rabbi jaalala namaa yoo siif kennes miidhaa hin dhabuum, Jawween onnee miiliyoonotaa dhuunfatee jira.


Miseensoota chaanali keenya keessa airdrop qaalii kana kan hin eegalin jirtu taanan eegala 👇👇👇👇👇👇👇

t.me/seed_coin_bot/app?startapp=5122338868


Awwaalchakee booda maal akka ta'u beektaa? Sa'atii muraasa booda imimmaan namootaa qooree maatiinkee nyaataaf dhugaatii keessummootaaf qopheessuutti yaadasaanii naanneessu. Firootnii fi hiriyootni muraasni ammoo waa'ee haala jireenyaa taa'anii odeessuutti ka'u. Firootnii fi hiriyootni warri kaan ammoo fageenyaafi rakkoo hojiif jecha awwaalcha qaqqabachuu akka hin dandeenye bilbilanii maatiikeetti himu. Waajjirri ati itti qacaramtee hojjettu nama bakkakee bu'u qacaruuf haala mijeessuu eegala.

Guyyoota muraasa booda ijoolleenkee eyyamni waggaa waan jalaa dhumuuf gara hojiisaaniitti deebi'u. Ji'a booda ammoo haati warraakee yookaan abbaan warraakee galgala taa'ee yookaan teessee TV irraa qoosaa ilaalaa kolfaa bashannanuu eegala yookaan eegalti. Kun ammoo namootni naannookee turan saffisa akkamiin akka si dagatan ajaa'iba akka ta'e kan mul'isu dha. Dhugaan ati beekuu qabdus kanuma. Namootni hamma ati yaadduun olitti dafanii waa'eekee irraanfatu.

Erga namootni ati baayyee mararsiifachaa turte saffisa kanaan si dagatu ta'eetii jireenyakee kana eenyuuf jiraattaree? Umuriikee guutuu waan namootni waa'eekee yaadaniif dhiphachuutti fixxee, garuummoo situ waa'eekoo maal yaadu jedha malee isaan yeroo gabaabduufillee erga ati sokkitee akka waa'eekee hin yaadanne hubatta.

Kanaafiyyuu, jireenyakee ofiikeef jiraadhu. Namootni waa'eekoo maal yaadu? Waanin godhu hundaaf eyyamaafi ilaalchasaanii baruun qaba jettee hin dhiphatin. Wanta keessakeef gammachuu laatu jabeeffadhuutii sammuukeef boqonnaa gaarii kennii yeroo qabdutti jiraadhu.

Darara ✍️🏿👏


Faayda namuusa🤷‍♂️

NAAMUSNI

Naamusni nama milkeessa!
Naamusni kabajamaa nama taasisa!
Naamusni waliin jireenya hawaasaa nagaa qabeessa taasisa!
Naamusni gaariin ofirra darbanii nama biroo akka qajeelchan nama taasisa!
Naamusni burqaa walitti dhufeenyaa fi waliin jireenya ilma nama lalisiisuudha!
Naamusni gaariin galaa dhalootaati!
Naamusa gaarii irraa maqaa gaariin argama!
maqaa gaariin immoo siidaa onnee namaa keessa dhaabbatee dhaloonni irraa baratuudha


Kana beektuu 🤔⁉️


Osoo OXYGEN seekoondii 5'f badee gamoowwan amma jiran kun battalumatti awwaara (dhukke) ta'uu.


Kana beektuu 🤷‍♂️⁉️


Yeroo jalqabaaf koompitarri (computer) kalaqamee hanga (167m) kan uwwisu yoo ta'uu ulfaatinni isaa immoo 30 tons dha.
Linki asii gadii tuqun Maatii channel keenyaa ta'aa


KANA BEEKTUU ❓

Ispeesii ykn Hawaa irratti boo'uun fi bobbaa bobba'uun akka hin danda'amne beektuu laata?

React itti roobsaa 😢

♡ ㅤ    ❍ㅤ      ⎙             ⌲
ˡᶦᵏᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ    ˢᵃᵛᵉ  𝑠ℎ𝑎𝑟𝑒
Show us your love by react.♥️
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 🛩
               🛩  


Kana beektu⁉️

👉 Falaasamaan fi qoosaa beekamaan Giriikii Kiriisiipus qoosaa yeroo tokko hojjete irratti garmalee waan kolfeef du'e.


Kana beektu⁉️

Biyyi Dinaagdeen Addunyaa irraa, sadarkaa 2ffaa irratti argamtu Chaayinaan, Lammiileen ishee gara Miliyoona 30 ta'an, ammallee holqa keessa jiraatu.😧

     


Kana beektu⁉️

Doonii Taayitaanik, hojjetanii fixuuf Doolara Ameerikaa Miiliyoona $7.5 kan ta'utu, itti baafame.
Akkasumas immoo, Fiilmii Taayitaanik hojjetanii fixuuf, Doolara Ameerikaa Miiliyoona $200 kan ta'utu itti ba'ee jira.😧
React gochuun nuu jajjabeessuu hin dagatina

20 last posts shown.