#Yuunivarsitii Dirree Dhawaa
Barattoota haaraa(Fresh Man) bara 2017 Yunivarsitii Dirree Dawaatti ramadamantaan hundaaf!
guyyaan galmee Sadaasa 16 fi 17, 2017 ta’uu yunivarsiitichi beeksiseera.
#Hubachiisa
Barattoonni Remedial ramaddamtaan Gara fuula duraatti kan ifoomu taha jedha ragaan yuuniveersitii irraa argamee.