TGStat
TGStat
Type to search
Advanced channel search
  • flag English
    Site language
    flag Russian flag English flag Uzbek
  • Sign In
  • Catalog
    Channels and groups catalog Search for channels
    Add a channel/group
  • Ratings
    Rating of channels Rating of groups Posts rating
    Ratings of brands and people
  • Analytics
  • Search by posts
  • Telegram monitoring
Love Messages πŸ“©

2 Aug 2025, 11:25

Open in Telegram Share Report

πŸ’ Jaalalleen hiriyyaa keetii jaalallee keetii miti.

Ati bifa, qal'ina, guntuta, taa'aa ilaaltee nama jaalatu ta'uu malta, hiriyaan kee immoo guurraachoomina, gabbina, shape fi waan akka kanaatiif xiyyeeffannaa kan hin laanne, kan bilchinni qofti isa butee jaalatu ta'uu mala.🀞

πŸ“© Kanaafuu miira kee irra dhaabbattee filannaa nama biraa irratti yaada -ve hin kaasin! Wanti si biratti haalaan jaalatamu nama biraa biratti waan gatii hin qabne ta'uu danda'a. Nuti hundi walirraa adda. Miirri fedhii fi jaalala keenyaatiis wal irraa adda. ❀️‍πŸ”₯

433 0 1 9
Catalog
Channels and groups catalog Channels compilations Search for channels Add a channel/group
Ratings
Rating of Telegram channels Rating of Telegram groups Posts rating Ratings of brands and people
API
API statistics Search API of posts API Callback
Our channels
@TGStat @TGStat_Chat @telepulse @TGStatAPI
Read
АкадСмия TGStat Telegram Research 2019 Telegram Research 2021 Telegram Research 2023
Contacts
Π‘ΠΏΡ€Π°Π²ΠΎΡ‡Π½Ρ‹ΠΉ Ρ†Π΅Π½Ρ‚Ρ€ Support Email Jobs
Miscellaneous
Terms and conditions Privacy policy Public offer
Our bots
@TGStat_Bot @SearcheeBot @TGAlertsBot @tg_analytics_bot @TGStatChatBot