TGStat
TGStat
Type to search
Advanced channel search
  • flag English
    Site language
    flag Russian flag English flag Uzbek
  • Sign In
  • Catalog
    Channels and groups catalog Search for channels
    Add a channel/group
  • Ratings
    Rating of channels Rating of groups Posts rating
    Ratings of brands and people
  • Analytics
  • Search by posts
  • Telegram monitoring
Love Messages 📩

3 Aug 2025, 19:48

Open in Telegram Share Report

#Gaaffiilee 20 Hiriyyoota Keessan Gaafachuu dandeessan:

1. Wanti ati kanaan dura nama tokkotti himtee hin beekne tokko maali?
2. Osoo guyyaa tokkoof nama tokko waliin jireenya jijjiiruu dandeessee eenyu ta'a maaliif?
3. Wanti maraatummaa ati hojjettee beekte maali?
4. Sodaan guddaan kee maali?
5. Yeroo ammaa kana addunyaa kanarra bakka kamiyyuu deemuu utuu dandeessee eessa deemta?
6. Yaadannoo ijoollummaa irraa jaallattu maali?
7. Hiriyaa jaalalaa keessaa maal barbaadda?
8. Humna guddaa tokko filachuun yoo sirra jiraate maal ta'a?
9. Jireenya keessatti gaabbii guddaan sitti dhagahamu maali?
10. Waan kamiyyuu bu’aa malee hojjechuu osoo dandeessee maal ta’a?
11. Jireenya keessatti galmi kee guddaan maali?
12. Utuu jireenya kee guutuu nyaata tokko qofa nyaachuu dandeessee maal ta'a?
13. Wanti baay'ee nama qaanessu si mudate maali?
14. Gorsi hundarra gaariin isin argattan maali?
15. Namoota beekamoo jaallattu eenyu?
16. Osoo lootarii injifatte qarshii sana maal goota?
17. Waa'ee ofii keetii wanti jijjiiruu hawwitu tokko maali?
18. Dandeettii ykn ogummaan ati osoo qabaattee hawwitu maali?
19. Sirbi yeroo hunda miira gaarii keessa si galchu maali?
20. Wanti yeroo hunda yaaluun barbaadde garuu hanga ammaatti hin yaalne maali?

478 0 5 9
Catalog
Channels and groups catalog Channels compilations Search for channels Add a channel/group
Ratings
Rating of Telegram channels Rating of Telegram groups Posts rating Ratings of brands and people
API
API statistics Search API of posts API Callback
Our channels
@TGStat @TGStat_Chat @telepulse @TGStatAPI
Read
Академия TGStat Telegram Research 2019 Telegram Research 2021 Telegram Research 2023
Contacts
Справочный центр Support Email Jobs
Miscellaneous
Terms and conditions Privacy policy Public offer
Our bots
@TGStat_Bot @SearcheeBot @TGAlertsBot @tg_analytics_bot @TGStatChatBot