TGStat
TGStat
Type to search
Advanced channel search
  • flag English
    Site language
    flag Russian flag English flag Uzbek
  • Sign In
  • Catalog
    Channels and groups catalog Search for channels
    Add a channel/group
  • Ratings
    Rating of channels Rating of groups Posts rating
    Ratings of brands and people
  • Analytics
  • Search by posts
  • Telegram monitoring
Love Messages 📩

5 Aug 2025, 22:02

Open in Telegram Share Report

Finnisaa Fi Wal-quunnamtii saala

Gaaffii: Doctor, Namoonni baay’een Finnisni fi wal-quunnamtiin saalaa hariiroo kallattii akka qabu dubbatu dhugaadha moo soba?

Deebii: Eeyyee dhugaadha, Wal-quunnamtii saalaa fi finnisni hamma tokko hariiroo qabaachuun isaa mirkanaa'eera.
Kunis wal-quunnamtiin saalaa sababa hormoonii wal hormaataa qaama keenyaa akka testestiroonii, istroojiinii fi kkf madaallii isaa eeguu keessatti gahee qaba. akkasumas hamma dhiigaa fuula namaatti yaa'uu dabaluun gogaan fuulaa akka bareeduu fi carraan finnisa irraa bilisa ta'uu isaa ni dabala!
Kana jechuun garuu namni finniisa qabu hundi akkas jechuu miti.

Sababoota Finnisa(Acne) Fiduu Danda'an:
1. Dhiphina (stress),
2. Samunaa ykn dibata gogaa keenyaaf hin taane fayyadamuu,
3. Karaa hiddaa(sanyii) maatii keessa yoo jiraate,
4. Infeekshinii gogaa fuulaa,
5. Jeequmsa hormoonota qaama keenyaa,
6. Qorichoota mana yaalaa tokko tokko,
7. Gosa nyaataa sukkaara baay'aatu( Kaarboohayidireetii),
8. ?Durbummaa qabaachuu (kan dhiiraas, kan dubaraas) fi qunnamtii saalaa irraa bilisa tahuu ( kun sababa baay'ee cimaa miti!)... Kanaaf finnisni cimina fi qulqullummaa agarsiisuu danda'a!

Mala Ittisaa fi Yaala Finnisa/Acne

Finnisni rakkoolee gogaa keenya mudatan keessaa tokko yommuu ta'u, yeroo baay'ee miidhaginaa fi bareedina fuula keenyaa hir'isun kan beekamudha. Rakkoo kanaaf immoo mala ittisa isaa kan ta'ee fi yoo sanarra darbe nama mudate immoo maloota yaala isaa armaan gaditti isiniif katabeen jira.

MALA ITTISA FINNISAA.
1. Bishaan gahaa dhuguu, kana jechuun yoo xiqqaate guyyaatti bishaan burcuqqoo 6 hamma 8 fi sanaan ol dhuguu.
2. Bishaan gar-malee qorre fi ho'een dhiqachuu dhiisuu.
3. Dibatawwan adda addaa kan zayiitni(oil) itti heddummatu fayyadamuu dhiisuu.
4. Fuula keenya guyyaatti yoo xiqqaate yeroo lama dhiqachuu.
5. Wantoota gogaan fuula keenyaa akka gogan godhan kan akka Ifa aduu keessa yeroo dheeraaf turuu, Shaampoodhaan yoo rifee

475 0 1 6
Catalog
Channels and groups catalog Channels compilations Search for channels Add a channel/group
Ratings
Rating of Telegram channels Rating of Telegram groups Posts rating Ratings of brands and people
API
API statistics Search API of posts API Callback
Our channels
@TGStat @TGStat_Chat @telepulse @TGStatAPI
Read
Академия TGStat Telegram Research 2019 Telegram Research 2021 Telegram Research 2023
Contacts
Справочный центр Support Email Jobs
Miscellaneous
Terms and conditions Privacy policy Public offer
Our bots
@TGStat_Bot @SearcheeBot @TGAlertsBot @tg_analytics_bot @TGStatChatBot