Taphataan sarara ittisaa dargaggoon leenjii irra osoo jiruu balaa tasaa mudateen lubbuun isaa darbe.
Taphataan sarara ittisaa Bayern Munich duraanii sababa miidhama cimaa irra gaheen taphataa waliin walitti bu'iinsa uumameen du'aan addunyaa kanarraa boqote.
Taphataan sarara fuulduraa miidhama sammuu irra gahe hospitaala Beejingitti yaalamaa turus lubbuun isaa darbuu Baayern Muunik beeksise.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@Madda_ispoortii
♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️
ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ