📢 Beeksisa – Namoota Forex Trading Barachuu BarbaadaniifForex Trading barachuu barbaaddaa?Amma carraan kee as jirti!
Gabaa doolaaraa addunyaa irratti akkamitti mindaa argachuun danda’amu, akkamitti balaa to’achuun danda’amu, akkamitti chart dubbisuu, akkamitti buy/sell sirriitti gochuu dandeenyu barachuuf
group barnootaa qulqulluu isiniif qopheesseera.
Barnootni kun:
✔ Namoota jalqaba irraa barachuu barbaadan
✔ Namoota chart hubachuu fedhan
✔ Namoota gold (XAUUSD) trade gochuu baruu barbaadan
✔ Namoota signal sirrii barbaadan
✔ Namoota forex irraa mindaa argachuu fedhii qaban hundaaf
tajaajila guutuu ni kenna.
Barnootni keessa ni dabalata:📌 What is Forex?
📌 Market Structure hubachuu
📌 Trend akkamitti beekna?
📌 Support & Resistance
📌 Candlestick reading
📌 Risk management sirrii
📌 Strategy namoota jalqabaa fi ogummaa qaban hundaaf
Barnoota kana erga fudhatanii booda,
chart ilaaluu, trade gochuu, balaa to’achuu fi hojii forex dhugaa hojjachuu ni dandeessu. contact me 👉
@GammeeDigital