✍️ Hubadhu
• Yeroo baay’ee daandiiwwan dadhabsiisoo ta'an gara bakka gaariitti nama geessu!
• Kan darbe bakka irraa barannu malee bakka keessa jiraannu miti!
• Arguuf malee argamuuf jettee ifa hin barbaadin!
• Gaarii yaaduu fi Gaarii ta'uun Gaariin akka si qunnamuufi!
• Danda'uuf kan dhalate malee Danda'ee kan dhalate hin jiru!
@motivationals_tip ✉️