MUL'ATAA KEENYA


Channel's geo and language: Ethiopia, English
Category: Psychology


Warraa of ta'etu,Wal ta'a
Warraa Wal ta'etu, Abbaa Biyyaa ta'a!

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Category
Psychology
Statistics
Posts filter


ለሴቶች ብቻ 🎀 በቅርብ ተከፍቶ በጣም ብዙ ሰዉ የወደደዉ  ቻናል  ለመግባት JOIN የሚለዉን በመንካት  ተቀላቀሉን  ❣🔐🗯™️

https://t.me/+KQ_JMYAo44s2Njc0
https://t.me/+KQ_JMYAo44s2Njc0


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
ከ30 ደቂቃ ቦኃላ ይጠፋል

የ 200 ብር ካርድ የሚያስሸልም ጥያቄ!

10+10×0+10=???


Forward from: ፍቅር እና ሳቅ ❤️😂
#ወላሂ ዝም ብላቹ join በሉ
😂😂😂ጥርሳችሁ እስኪሰበር ነዉ ምትስቁት ግን በዋላ ጥርሳቹ ተሰብሮ ክፈል የለም 😁😁 ስሞትላቹ ተቀላቀሉት🙏




እነዚህ ቻናሎች ከ18 አመት በላይ ለሆናችሁ ብቻ ነው💋

if you like watching 18+ videos
#Join የሚለውን ይጫኑ 👅❤️💋

Join
👉👉👉 https://t.me/+dFWXMpTpp8BkYzc0
Join 👉👉👉 https://t.me/+dFWXMpTpp8BkYzc0

ከላይ እንደጠቀስኩት ነው ከ18 አመት በታች የተከለከለ ነው 🔞


🌐 📶 ነፃ ኢንተርኔት ፈላጊዎች የምትፈልጉ በ ሙሉ ይህን ቻናል ይቀላቀሉ።

🛜የ Http ወርሀዊ Un limited file ይለቀቅበታል።

🪩ፊጠኑ File ለመገኘት  ቻናሉን ተቀላቀሉ
               👇👇👇
https://t.me/addlist/ccxFXlaMN1JjMjFk
https://t.me/addlist/ccxFXlaMN1JjMjFk


  Wave ለመግባት  » @Sirleoo
                                                     


Forward from: Zemen Promotion
🎬🍿 ፊልም የሚመቻችሁ ከሆነ አሁኑኑ JOIN አርጋቸው እነዚህ ቻናሎች ምርጥ ምርጥ የጦርነት እና የጫካ የአክሽን ፊልሞችን በጥራትና በፍጥነት ያሳያሉ መርጣችሁ ተቀላቀሉ ⬇️

☑️ 𝑺𝒑𝒐𝒏𝒔𝒐𝒓𝒆𝒅 𝒃𝒚: LOVE & POEM


#Biftuu👉 Mee waa'ee kee natti himi🤲
#Lammii👉 Ani Mucaa hiyyeessaati, barnoota dhiiseen maatii Koo gargaara🥲 Atihoo?
#Biftuu👉 Ani hiriyaa jaalalaan qaba😏
#Lammii👉 Achii booda Akaakayyuun Koo qarshii miliyoona 10 na dhaalchisanii du'an🫰
#Biftuu👉 Garuu waliif galuu dadhabnee gargar baane🙏
#lammii👉 Achiin balaa ibiddaa ka'een Manni keenyaaf qabeenyi keenya hunduu gubatan🥲
#Biiftuu👉 Waan si dhibu, Jaalallee Koo faana kaleessa araaramne🙏
#lammii👉Akka tasaa qarshii miliyoona 8 baankii keessa Waan tureef Waaqayyo nu oolcheera💗
#Biftuu👉 Ani garuu ijaan argaa isaa hin barbaadu😏

Ammas irra deebi'een jedhaa 'jarattiin hin cimiti' irraa of eegaa warri kankeenyaa😪


Isin Salphaatti Nu Ilaaltumoo Nuy Ijjoollee Biree Naggaatiim Warra Question Sheet Irraa Gaaffii Torbaatama Gaafatamee Answer Sheet Irrattimmoo Dhibba Gurraachessee Ba'u😁

😂Oromo Ispeeshaalonnikee Warri Ati Biyya Bulchu Jettee Abdachaa Jirtu Utuu Question Sheet Nuuf Hin Hiramin Xumurree Baa'aa Oolle Kunoo Har'a😁

#dhaloota smart😂


Miilli guyyaa jooraa oolee fi yaadni guyyaa bo'aa oole halkan galaana abjuu daakaa bula

.
READY 📚 every day


#Abshiir


Yaa kan Rabbiif jecha
Obsu rakkoo hunda
Abshiir yaa akhii koo
Gaaf tokko gammadda

Rakkon bifa qabaatte
Yoo si fakkattelle
Akka hin fagaanne
Rabbii keerra yoomille


Chiikii text ke ilaaltee dhiiftu block godhi isheen abbaa manaa qabdi😃



😁😂 🚫


Let us make a firm intention of continuing to worship Allah & staying away from sin, starting off with the blessed night of Eid. Let us recite the takbīrāt in abundance & let us continue with the habit of qiyām al-layl, even if it is just two rakʿahs. May Allah al-Shakūr (The Most Appreciative) accept our worship, forgive our sins and make us from His chosen servants.


Forward from: @MALKAA_MILKII 💜
Bontuu👩‍🦰: Bonaako atii Yeroo hunduumaa kubba afaan Xaaliyaaniin ilaaltaa Xaaliyaaniffa ni Beektamoo?

Bona🤵: Eeyyen boontuukoo

Bontuu 👩‍🦰: Tole afaan Xaaliyaaniin siin jaladha Bareedduu koo naan jedhi Mee🥰

Bona🤵: Kevin De Bruyne Darwin Nunez

Bontuu👩‍🦰: ooooh dhugaa bayye namatti tola galatomi 😪

Bona🤵: bukayo saka jose Morinho

Bontuu👩‍🦰: Maal jechuudha innimmoo?

Bona🤵: Rakkoo hin qabu jechuudha 😁😅

Kan Xaaliyaaniffa Beektan Only👍😁😂


Share👉 @MALKAA_MILKIII


#Hojii

Hin tuffatin hojii
Dhabdu ni jibbamtaa
Gad jattee hojjattu
Ol jattee jiraattaa
@MALKAA_MILKIII


🤌Jechoota kolfisiisoo Ministeerri Muummee itiyoophiyaa duraanii Mallas Zeenawiin dubbatan muraasa 🗣

1.👨‍💼Gaazixeessaa:_ 🎙" Dirree kubbaa miilaa (stadium) Addis Ababaa maaliif bifa haarayaan hin Haaromsine?"

👩‍🦲#Mallas: _ " injifatamuuf kunuu gahaadha."

2.👨‍💼Gaazixeessaa: _ 🎙"Atileetiin Beekkamaan itiyoophiyaa tokko Lammiisaa biyya biraatti jijjiirachuuf jedha. Isin maal jettu mee?"

👩‍🦲#Mallas:_ "Lammummaa mitii maaliif Saala hin jijjiiranne!"

3.👨‍💼Gaazixeessaa: _ 🎙" Haylee Gabra sillaasee Itiyoophiyaa bulchuu barbaada jedha. Isin maal jettu?"

👩‍🦲#Mallas:_ "Luukti Mataa hin ta'u kaa."

👨‍💼4.Gaazixeessaa:_ 🎙" Itiyoophiyaa keessatti Kadhattuun kan baayyatteef Maaliifi?"

👩‍🦲#Mallas :_ "Namni kennu waan baayyateefi.🙄

😂🤣😹

Share👉
Share👉 @MALKAA_MILKIII


Namoonni hamma sammuu isaanii bilchaachaa deemu ykn dandeettiin yaaduu isaanii dabalaa deemu carraan maraachuu isaanii guddaadha. Maraachuuf sammuu yaadu (dandeettii) qabaachuu si barbaachisa.

Nama hojii hin qabne dhiba'aa maraatu argitanii beektuu? Maraachuuf dandeettii yaaduu qabaachuu qabna. Waan hin qabne akkamitti fidda? Dhabuuf dursa qabaachuu qabna.
#MULA@mulata_keenya


Of beekuuf murtoo hin qabdu taanaan; of beektes murtoo hin murteessitu.


Forward from: JECHAMOOTA
#Biyya_Ethiopia kana keessatti sodaa tokko malee jiraachuu kan danda'u
Nama du'e qofaa na amani obboleessoo
🔥🔥🔥🔥🔥🔥
━━━━━━━━━━━
🌀@jechoota💫


Forward from: FREE INTERNET



✓ "Namni cal'isu, nama yaada
guddaa qabu yookiin nama
yaaddoo guddoo qabu...!!



20 last posts shown.