Manchester City Martin Zubemendi Mallattefachuu Barbada
Gaafii Kilaboota Awuroppaa Hedduu kan Kuffise Martin Zubemendi Gaafii Manchester city Akkam Godha Laata?
Jijirraan Manchester city kana kan Kufisiisu Taphatichi Gahumsi isaa Gadi Bu'uu ilalchisee Liverpool Deebi'ee Gara jijirraa isaa Akka Deebi'u Gaafate Jira
Football insider Akka Gabase yoo ta'e Martin Zubemendi Gara Liverpool Imaluu barbaada
@oduu_isporti