Taphataan sarara ittisaa Baarseloonaa Kiristensen miidhaa haaraan irra ga'uu leenjisaan isaa Haansii Flick himan.
Taphataan sarara ittisaa lammii Deenmaark Kiristeensan shaakala har'aa irratti miidhaa haaraan akka isa mudate leenjisaan kun himaniiru.
Kana hordofuun Andirees Kiristensen yoo xiqqaate ji'a biraaf tapha irraa fagaachuu akka danda'u gabaafameera.
@ODUU_ISPORTI