Kitaaba seexanaa!!
(Codex Gigas book)
Ajaa'iba! Dubbisaa share waliif godhaa!
Seexannii kitaaba barreesse jechuu yeroo dhageessaan dinqisiifachuu,ajaa'ibsiifachuu irra darbee shakkii guddaan isin keessatti uumamuu danda'a! Garuu, seexanni kitaaba barreessee qaba!
✍️Kitaabichi Eessatti argama?
✍️Maal jedhees barreesse?
Yoom barreesse?
✍️Kitaabichi hammam ga'a?
Kan jedhuuf wal duraa duubaan isiniif ibsa!
✅Kitaabni seexanaa {the codex Gigas book} kun kan inni argamu library guddicha addunya kan ta'e library of Sweden keessatti argama!
✅ Kitaabni the codex Gigas kun sirni barreeffama isaa halluu garaa garaan barreeffame.Akka sayintistoonni raaganitti, halluu garaa garaa qabaachuun isaa hubannoof akka salpatuuf ta'uu isaallee ibsaniiru!
✅Akka tilmaama sayintistootaatti {scientists estimate} tti kitaabni kun jaarraa 13ffaa keessa akka barreeffame raagama!
✅ Kitaabichi yeroo sanatti gogaa harree 160 olitti tilmaamamu irratti kan barreeffame ta'uus ragaan tokko tokko ni ifoomsu!