Cubbamaas ta'e qulqulluun mo'amtootaadha.
Tasgabbaa'ii waa'ee cubbuu fi qulqullummaa hunda dagadhu. Lamaanuu waliin ta'uun gammachuu dhala namaa waan balleessuuf.
Cubbamaan yeroo hundumaa yakki itti dhagahama, kanaaf gammachuun sun ni bada. Namni badii hojjedheera jedhee yaadee yakkamaa ta’e akkamitti jaalala, sirba ykn shubbisa?
Namni qulqulluudha jedhee yaadu gammaduu hin danda'u. Sababni isaas yoo isa jaallate qulqullummaa isaa dhabuu mala jedhee waan sodaatuuf.
Yoo kolfe kufuu mala. Yaada isaa hiruu waan danda'uuf shubbisuu hin danda'u.Jaalalaan kufee fedhiin ukkaamfames ni mul'ata waan ta'eef harka eenyuuyyuu qabachuu hin danda'u.