Mootiin samiif lafaa ilma kee
Waqni samiif lafaa mucaa kee
Kadhanaaf ati gara samii hin ilaaltu
Harka keera jira kan ati kadhattu/waaqessitu
Waaqayyoo samiiraa addunyaa daawwate
Kasoominakee arge maariyam si filate
Kan akka kee hin jiruu uumama hunda kessaa
arabnin koowaa'eekee addunyadhaaf labsa
dokimas dhiphuu isaa osson dubatiinii
Rakkoo isaa hubattee argamuu keetiinii
Iddoon atti jirtuu hundumtuu guutuudhaa
Namni sin qabaane jiruunsaa hiruudhaa
Nutoo hin dandeenyu fuula isaa dhaabachuuf
Sumaaaaf yaa Maariyaam kun kan dnda'aamuuf
Akka sadoom taanee akka gamooraatti
Kadhanaa keetiinii nu gargaari atii
├───────────────
├ዘማሪ ዲ/ን ተክሌ
├───────────────
•✥•🍁 @Z_AbelMakbeb 🍁•✥•
@Z_AbelMakbeb
•✥•🍁 @Z_AbelMakbeb 🍁•✥•
Waqni samiif lafaa mucaa kee
Kadhanaaf ati gara samii hin ilaaltu
Harka keera jira kan ati kadhattu/waaqessitu
Waaqayyoo samiiraa addunyaa daawwate
Kasoominakee arge maariyam si filate
Kan akka kee hin jiruu uumama hunda kessaa
arabnin koowaa'eekee addunyadhaaf labsa
dokimas dhiphuu isaa osson dubatiinii
Rakkoo isaa hubattee argamuu keetiinii
Iddoon atti jirtuu hundumtuu guutuudhaa
Namni sin qabaane jiruunsaa hiruudhaa
Nutoo hin dandeenyu fuula isaa dhaabachuuf
Sumaaaaf yaa Maariyaam kun kan dnda'aamuuf
Akka sadoom taanee akka gamooraatti
Kadhanaa keetiinii nu gargaari atii
├───────────────
├ዘማሪ ዲ/ን ተክሌ
├───────────────
•✥•🍁 @Z_AbelMakbeb 🍁•✥•
@Z_AbelMakbeb
•✥•🍁 @Z_AbelMakbeb 🍁•✥•