Liverpool


Channel's geo and language: Ethiopia, English
Category: Sport



Channel's geo and language
Ethiopia, English
Category
Sport
Statistics
Posts filter




Liverpool taphaa har’a taphatu keessatti namni tilmama sirri tilmame qarshii 500 qaba


𝐓𝐇𝐄 𝐄𝐆𝐘𝐏𝐓𝐈𝐀𝐍 𝐊𝐈𝐍𝐆❤️


Har'a maal irraa eegdume??


Ilaalaamee yeroo mucaan qaxaleen kun gahuumsa bareedaa agarsiisu kilabni keenya yeroo hunda rakkatus bu'aa malee hin galu👏


𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @chuchu747
𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @chuchu747

#ORL CHOICE OF ALL

❤️       ⎙ ㅤ     ⌲          ✉️
ˡⁱᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉ


Seenaa Pirimeerligii Ingilaandi keessatti kilaboota qabxii hedduu walitti qabachuun dursan
Kilabiin keenya gitan qabu jechumaafi

We are the🔝

𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @chuchu747
𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @chuchu747

#ORL CHOICE OF ALL

❤️     ⎙ ㅤ  ⌲              ✉️
ˡⁱᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Mucaa Qaxalee kana rabbiin miidhamarraa nuuf haa tiksu
Yeroo darbe ni yadattu yoo ta'e isaatu qabxii gatuu irraa nu oolche🔥

𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @chuchu747
𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @chuchu747

#ORL CHOICE OF ALL

❤️     ⎙ ㅤ  ⌲       ✉️
ˡⁱᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Gareen Dubartoota Liivarpuul garee dubartootaa Cheelsii 🫣 9 - 1n mo'ame🙊

𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @chuchu747
𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @chuchu747

#ORL CHOICE OF ALL

❤️     ⎙ ㅤ  ⌲       ✉️
ˡⁱᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Video is unavailable for watching
Show in Telegram


✅Gareen keenya gara Xaaliyaanii deemaa jiru:

Alisson, Gomez, Van Dijk, Konate, Kerkez, Wirtz, Soboslay, Isaac, McAllister, Bradley, Jones, Ekiti, Mamardashvili, Roobartsan, Wuudmaan, Gravenbirch, Nyoni, Gumoha, Laki

𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @chuchu747
𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @chuchu747

#ORL CHOICE OF ALL

❤️     ⎙ ㅤ  ⌲       ✉️
ˡⁱᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Akkam jirtu hordoftoota oro Liverpool nageenyi badhaadha jechaa injiffannon yommiyuu oro Liverpool


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Sekoondii 30 booda ni haqama!! 🙌

Gaaffii Badhaasa qarshii 450 qabu!! 🙌

5×5-2+10 = ?

Deebisuuf chaanalalota armaan gadii JOIN godhaa!! 👇👇


🔜 Tapha itti aanu

🏴󐁧󐁢󐁥󐁮󐁧󐁿 Tapha Piremir Ligii ingland Torbee 15ffaa!

⚪Liidsi Yunaayitid Vs Liivarpuul 🔴

📆 Dilbata,

⏰galgala Sa'aatii 02:30 PM

🏟 Istaadiyeemii Elland Road

📲 Tamsaasa kallattiin Oro Liverpool fans irratti nu eega. Namni gooliin meeqa akka galu beeke badhaasa qarshii 500 qaba. Lafa nagaa Oola.

🔴 Injifannoo boonsaa Kilaba guddicha Ingilaand Liivarpuuliif


❤🕊

𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @chuchu747
𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @chuchu747

#Oro Liverpool CHOICE OF ALL

❤️     ⎙ ㅤ  ⌲       ✉️
ˡⁱᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🚨‍🚨𝗕𝗥𝗘𝗜𝗡𝗚: Arne Slott torbee darbe walgahii ariifachiisaa irratti sababa gahumsa garee kanaa gadhee ta'een hojiirraa ari'amuuf toora irra akka jiru itti himamee ture.

Liivarpuul Liids Yunaayitid waliin yoo injifannoo mirkaneessuu dadhabe walgahiin hatattamaa biraa Sambataguddaa/Wiixata ganama akka gaggeeffamuuf murtaa'eera.

- indikaayilaa

𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @chuchu747
𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @chuchu747

#ORL CHOICE OF ALL

❤️     ⎙ ㅤ  ⌲       ✉️
ˡⁱᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Tapha kalessa irratti Kubbaa Aliisan bira darbee Feedirikoo Kiyeezaa akka inni ittii kessa baase kubbaa kanaa 😱

𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @chuchu747
𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @chuchu747

#ORL CHOICE OF ALL

❤️     ⎙ ㅤ  ⌲       ✉️
ˡⁱᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Anfild taphaaf phopiidha

𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @chuchu747
𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @chuchu747

#ORL CHOICE OF ALL

❤️     ⎙ ㅤ  ⌲       ✉️
ˡⁱᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Video chat irran jira kootta seenaa


Akkam jirtan deegartoota garee Liverpool har'a sa'aa 3 irratti kardii mobayilii abbaa 100 kardii kan qarshii 2000 siniif qopha'ee wan jiruf kootta badhafamaa siniin jenna


Tilmaama Hiriira Liverpool tapha har'aa

Akkamitti ilaltaan?

𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @chuchu747
𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @chuchu747

#ORL CHOICE OF ALL

❤️     ⎙ ㅤ  ⌲       ✉️
ˡⁱᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Saandarlaand Piriimiyerliigii Ingiliizin Liivarpuul Anfiild irratti moo'atee hin beeku. 👀

#LIVSUN

𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @chuchu747
𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @chuchu747

#ORL CHOICE OF ALL

❤️     ⎙ ㅤ  ⌲       ✉️
ˡⁱᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ   ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

20 last posts shown.

12 170

subscribers
Channel statistics