#15 ✍️
➗ Xinsammuu 15 🟣
Dhiphinni waan jireenya kee keessaa dhabamsiisuu qabdudha
Dhiphinni gaddaa fi yaaddoon keessa keetti akka dhaga'amu gochuu irra darbee, amalaa fi bartee ta'uun madda dadhabinaa ta'a. Waa’ee qaala'iinsa jireenyaaf dhiphataa ooluun, abdii kutannaa fi yaaddoon akka sitti dhaga’amu taasisa malee, faayidaa tokko jireenya kee irratti hin dabalamu.
Yoo faayidaa hin qabne ta'e maaliif dhiphatta?
@xinsammuu1 💥