Taphataan Cheelsii gara fuula duraa abdachiisaa ta'e Estivaldo Willian har'a waggaa 18 guuteera.
Taphataan ajaa'ibaa kun riikardii Neymaar liigii Biraazil keessatti qabate hunda osoo tokkollee hin darbiin cabsee jira!
HBD🥳💙