Video is unavailable for watching
Show in Telegram
"Addunyaa kana irratti wanti nama gaddisiisu jireenya kaayyoo hin qabnedha!"
▬▬▬▬▬▬▬
"
◉ Kaayyoo hin qabdu taanaan mul'ata hin qabdu!
◉ Mul'ata hin qabdu taanaan karoora hin qabdu!
◉ Karoora hin qabdu taanaan yeroo kee hin to'attu!
◉ Yeroo kee hin to'attu taanaan jireenya jiraachaa hin jirtu!!!
◉ Jireenya jiraachaa hin jirtu taanaan jooraa jirta jechuudha!
◉ Arguun hojii ijaati, mul'anni kan lapheeti!"
Dr. Maayelsi Munroo
➠ Mul'anni waan amma qabatamaatti hin jirre tokko qor-qalbii of keessatti arguu danda'u jechuudha. Jijjiiramaaf si caalaa namni sirrii hin jiru.
➠ "Sammuu ittin rakkina uumneen rakkinicha furuu hin dandeenyu!" Namoonni baay'een mul'ata akka qaban dubbatu, mul'ata isaaniif kunuunsa waan hin taasisneef garuu mul'anni isaanii hawwii qofa ta'e hafa!
➠ Mul'ata kee kunuunsuu baannan ogummaa guddaa balleessaa jirta. Mul'ata guddaa qabaattee sammuu mo'ichaa qabaachuu yoo baatte milkaa'ina irraa fagoo jirta. Mul'anni humna ittiin kaayyoo jireenya kee raawwattudha.
Join Us
Goaltv | Inspire | Reads24