Jireenyi Maali?
Waa'ee jireenyaa utuu gaafatamnee, kan ibsuu dandeenyu xiqqaadha jedheen yaada.
Namoonni falaasamaa jireenya erga jiraatanii arganii booda akkanatti hiikaniiru👇
Jireenyi maali?...
✅Dostoyevsky: Si'ooliidha
✅Soqiraaxis: Weeraraadha
✅Aristootil: Sammuudha
✅Niitsche: Ciminaadha
✅Firoyd: Du’aadha
✅Maarkis: Yaadaadha
✅Pikaasoo: Aartiidha
✅Gaandii: Jaalalaadha
✅Shoopenhawer: Gidiraadha
✅Raasil: Dorgommiidha
✅Steve Jobs: Amantiidha
✅Einstein: Beekumsadha.
✅Isteefan Hoopkiins: Abdiidha
✅Kaafkaa: Xumuraadha.
Isiniif hoo jireenyi maalidha? 🤔
Join Us 👇
Idea C • Inspire • Reads24
Waa'ee jireenyaa utuu gaafatamnee, kan ibsuu dandeenyu xiqqaadha jedheen yaada.
Namoonni falaasamaa jireenya erga jiraatanii arganii booda akkanatti hiikaniiru👇
Jireenyi maali?...
✅Dostoyevsky: Si'ooliidha
✅Soqiraaxis: Weeraraadha
✅Aristootil: Sammuudha
✅Niitsche: Ciminaadha
✅Firoyd: Du’aadha
✅Maarkis: Yaadaadha
✅Pikaasoo: Aartiidha
✅Gaandii: Jaalalaadha
✅Shoopenhawer: Gidiraadha
✅Raasil: Dorgommiidha
✅Steve Jobs: Amantiidha
✅Einstein: Beekumsadha.
✅Isteefan Hoopkiins: Abdiidha
✅Kaafkaa: Xumuraadha.
Isiniif hoo jireenyi maalidha? 🤔
Join Us 👇
Idea C • Inspire • Reads24