๐ฃ๏ธ Hafuura hamaa tokkotu si gowwoomsaa jira jennee haa yaadnu. Hafuurichi sun wanta soba taโe dhugaa sitti fakkeessuu waan dandaโuuf, waan argituu fi yaaddu amanuu hin dandeessu. Akka wanta ati harka qabduutti sitti fakkeessinaan malee, tarii ati harka hin qabdu. Tarii wanti magariisa sitti fakkaatu magariisa miti. Tarii 2 fi 2 idaโamanii 4 hin dhufan. Namootni ati argitu hundi isaanii tarii hin jirani. Akkuma gaafa abjoottu abjuun sun addunyaa dhugaa sitti fakkaatu, tarii jireenyi kee kunis akkasuma.
Haala akkasii keessatti, wanti ati shakkii tokko malee amanuu dandeessu maaltu jira? Firii ida'ama 2 fi 2 dabalatee, wanta iji kee arguu fi sammuun kee yaadu hunda erga shakkitee, wanti ati shakkii malee amanuu dandeessu maaltu jira? Hafuurichi hamaa fi jabaa ta'e sun, wanta inni irratti si gowwoomsuu hin dandeenye jiraa?
๐ ๐๐๐ ๐ท๐๐ ๐๐๐๐ก๐๐ gaaffii kana erga kaaseen booda, wanti inni shakkii malee amanuu dandaโu tokko akka jiru barreesseโjiraachuu isaa! Shakkaa jirta yoo taโe, yaadaa jirta jechuudha. Yaadaa jiraachuu kees yoo shakkite, ammas yaadaa jirta. Bakka shakkiin jiru kamuu yaadis jira. Bakka yaadi jiru ammoo eenyummaatu jira. Qaamni hin jirre hin gowwoomfamu! Qaamni yaadu yoo hin jiraanne, yaadis hin jiraatu! Himni isaa beekamaa taโe sunis kana irraa kaโuun dubbatame: ๐ถ๐๐๐๐ก๐, ๐๐๐๐ ๐ ๐ข๐ (๐ผ ๐กโ๐๐๐, ๐กโ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ผ ๐๐).
Join Us ๐
Idea C โข Inspire โข Reads24