📊 Yeroo hunda hojjechuun furtuu milkaa’inaati. Tokkoon tokkoon galii kee irraa yeroo hunda maallaqa yoo qusatte, waggaa tokko booda maallaqa guddaa qabaatta. Nyaata fayya qabeessa yeroo hunda yoo nyaattan coomni sun ni bada, fayyaa taata. Sochii qaamaa yeroo hunda yoo gootan qaama bareedaa ni qabaatta. Qabiyyee yeroo hunda yoo uumtan gaaf tokko gorsa keessan keessatti ni mul'ata. Tarkaanfiin hundi, irra deddeebiin hundi gara galma keetti si geessa.✅
Yaali...... ✉️
Join Us:
🟢 Idea C 🟢 Inspire 🟢 Reads24
Yaali...... ✉️
Join Us:
🟢 Idea C 🟢 Inspire 🟢 Reads24