GROW IN CHRIST


Channel's geo and language: Ethiopia, Hausa
Category: Religion


Barnoota Jireenya Hafuuraatti nama cimsan asii ni argattu! Join and Share!

Related channels

Channel's geo and language
Ethiopia, Hausa
Category
Religion
Statistics
Posts filter


🎲Jaalala keessatti " 😀" wanti guddaan miira walii ciminaan hubachuudha. Sababni isaa... ↪️ See More

▶️ See More
See More


Ergaalee Jaalalaa 10...➡️ See More


1. To get motivational and inspiration education channels click here and Join

👇👇

💗 'https://t.me/addlist/4e8EfR1mqNFlY2E8' rel='nofollow'>Click here
Click here

2. To get spiritual and books by pdf join us now ☺️

👇👇

 💖  Click here
Click here

.
3K+ Free Promotion addlist: @Getu_Abera


💔 Laafinnii fi Ciminni shamarranii wantoota gurguddoo 10 irratti Akka hundaa'u quba qabduu??.... ↪️ See More

➡️ See More
See More

As tuquudhaan itti fufaa dubbisaa!


✔ Wantoonni gaariin jireenya keessatti salphaatti hin dhufan. Yeroo rakkinaa fi qormaata guddaa keessa darbitu, jireenyikee waan yeroo dheeraaf hin turre utuu hin taane, waan ati bara baraan akka qabeenyaatti ilaaltee itti gammaddu waan siif qabaachuu malu siif qopheessu ta’uu danda’a...
👉 Itti fufaa dubbisaa

🌐 As tuqaa >> See More
As tuqaa >> See More

Welcome 🤗


🌸 Sababiilee hin yaadamne gurguddoo 5 kan shamarran dhoksaatti dhiirotarraa eegan... ↪️ See More

             👇👇👇
             ✨banaa✨
         .  ✨banaa✨
               👆👆👆👆


🤦‍♀️ Maaliif??,... See More
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯


💥 Jaalala keessatti wanti dagatamuu hin qabne gurguddoon 10 kanneen beektuu?... 👉 See More

➡️ See More
See More


❤️‍🩹 “Gaarummaa fi tasgabbiin, obsi, badhaasa Rabbi Warra isa dhaga'aniif kennudha... Itti fufii dubbisi,...↪️ As tuqi
👍💘
👇👇👇

         █║ █▀█ █║█ '█▀
         █║ █║█║██║█▀
         ▀▀ ▀▀▀    ▀.   ▀▀


🛒 Sponsar: Love and Truth


# Of_eggannoo_dhabuun _gufuu_jireenya_gaariiti.

🔑Jireenya gaarii jiraachuu barbaadda taanaan, kiyyoo of eeggannoo sammuukeetiin ofitti tolchuu qabda. Of eeggannoon akeektuufi humneessituu jireenya gaariikee guyyaa boriiti. Hedduun bor nama guddaafi nama gaarii ta'uu kan danda'u, har'a of eeggachuu dhabuun nama namaa hinmalle ta'e.


⚪ 💓 Onnee qulqulluun jaalalaaf hunduma dursee in bitama. Sababni Guddaan Eebba kanaa (5) as tuquudhaan dubbisaa...↪️ See More

👆👇👇💘

➡️ See More
See More


💡 Jaalalli onnee namaa seenuuf Sababni Guddaan 3,... See More


👉💜 Jaalalli dhoksaan Shamarran irraa calaqqisuu danda'u karaalee shanan (5)..➡️ See More

💎 See More
See More


👆👇💘

❤️ Jaalalli dhoksaa fiixan ba'uunsa parsantii,..➡️ See More


#Wal jajjabeessaa / Encourage oneanother
1Tes 5:11 Kanaaf, akkuma amma gochaa jirtan wal jajjabeessuu fi wal ijaaruu keessan itti fufaa.
Lall 4:9-10. Wanti lama ta'anii itti dadhabanii hojjetan gatii gaarii waan qabuuf, lama ta'uun kophaa
ta'uu irra in wayya;
10 inni tokko yoo kufe, hidhanni isaa lafaa isa in kaasa; nama yommuu kufu lafaa isa kaasu hin
qabneef garuu wayyoo!
👍Kanneen Biroof oo’a qabaadhu / Gaddiif/ / Be compassionate
Mat 9:36 Oduun waa’ee kanaa dubbatamus naannoo sana hundatti babal’ate.
Rom 12:15 Warra gammadanii wajjin gammadaa; warra boo’anii wajjin boo’aa.
#Tasgabbaa’aa ta’i / Be gentle
Yaq 3:17Ogummaan inni ol gubbaadhaa dhufu garuu, hundumaa dura qulqulluu dha, achiis naga
qabeessa, tole kan jedhu, ajajamuuf kan qophaa’e, gara laafinaa fi firii gaariidhaan kan guutame, kan hin loognee fi kan hin fakkeessine dha .


✅ Jaalallee yookiin haadha manaa baay'ee jaallattu waliin umurii dheeraa turuu yoo barbaadde wantoota 5n kana gochuu hin dagatin,... See More

🎺 See More
See More


💘Maaliif barbaachise,... Itti fufuun dubbisi!


🌸 Sababiilee hin yaadamne gurguddoo 5 kan shamarran dhoksaatti dhiirotarraa eegan... ↪️ See More

             👇👇👇
         ✨banaa✨
         . ✨banaa✨
               👆👆👆👆


🤦‍♀️ Maaliif??,... See More
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯


🌸 Sababiilee hin yaadamne gurguddoo 5 kan shamarran dhoksaatti dhiirotarraa eegan... ↪️ See More

             👇👇👇
         ✨banaa✨
         . ✨banaa✨
               👆👆👆👆


🤦‍♀️ Maaliif??,... See More
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯


➡️ Sababiilee gurguddoo 5 amalli dubartootaa haala waliin akka jijjiiramuuf dirqamsiisan beektuu?... 👉 See More

             👇👇👇👇
         👉✨banaa✨👈
         👉✨banaa✨👈
               👆👆👆👆

🤦‍♀️ Hanqinni dubartoota kudhan shan ni dhoksu shan ni obsu... See More

¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯


❤️ Walitti dhufeenyi kan cimu yoo lamaanuu dogoggora hubatanii fi dhiifama waliif godhan... See More

➡️ See More
See More


❤️‍🩹 “Jecha hin amanu, gochaan amana. Namni waan fedhe sitti himuu danda'a garuu hojiin waan hunda sitti hima.
👆👇👇👌💘
┏━━━━━━━━━━━━━┓
  « See More »
  « See More »
┗━━━━━━━━━━━━━┛


🥰

➡️ Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! ➡️ JOIN 📌

1️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

     🚘 'https://t.me/addlist/4e8EfR1mqNFlY2E8' rel='nofollow'>JOIN
    JOIN

2️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

    🚩 MORE JOIN  🚩
   🚩 MORE JOIN 🚩


3️⃣💡💡💡💡💡💡💡
    🍰MORE JOIN  🕯
   🍰 MORE JOIN 🕯


𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
ᥲძძ ᥡ᥆ᥙr ᥴһᥲᥒᥒᥱᥣ

📌 Channel keessan tolaan nu waliin beeksifadhaa


❤️ "Yeroo tokko tokko jalqaba gammachuu keetii ADDA baafachuu dhiisuun si miidha. Hiika jireenyaaf kennitu Kan murteessu wantoota 10 dubbisi!... See More

👆👇👇👌💘

 👉 See More
   See More

📌 "Hiriyaa gaarii qabaachuun wanta qarshiin bituu hin dandeenyedha."... See More


🥰

➡️ Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! ➡️ JOIN 📌

1️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

     🚘 'https://t.me/addlist/4e8EfR1mqNFlY2E8' rel='nofollow'>JOIN
    JOIN

2️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

    🚩 MORE JOIN  🚩
   🚩 MORE JOIN 🚩


3️⃣💡💡💡💡💡💡💡
    🍰MORE JOIN  🕯
   🍰 MORE JOIN 🕯


𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
ᥲძძ ᥡ᥆ᥙr ᥴһᥲᥒᥒᥱᥣ

📌 Channel keessan tolaan nu waliin beeksifadhaa


😀Yaadota Ciminaa fi haalota gaarii ta'aniin guutamuuf haalduree barbaachisoo kanneen beektuu laata?...➡️ See More

🎲 See More
See More


📢 Yaadota si onnachiisan, yaadota soorata Sammuu keetiif si'aatina kennan,...▶️ See More


c. Waa‟ee waan dubbifamee sanaa namoota waliin dubbachuu (mari‟achuu) Waa‟ee waan dubbifame tokko nama biraa wajjin dubbachuun yookaan ergaa barreeffama sana irraa arganne baafnee namaaf irra deebinee yoo ibsine yaadicha yeroo dheeraaf qabannee osoo hinirraanfatiin akka turru nugargaara. Akka Ogeeyyiin xiinsammuu jedhanitti sammuun namaa iddoo odeeffaannoo tursiisu akkaataa odeeffannoo ittitursiisu irratti hundaa‟uun kutaa lama qaba. Iddoo yeroo dheeraaf odeeffannoon yookaan wanti argine yookaan wanti dhageenye turuu danda‟u(Long term memory)fi iddoo odeeffannoon yeroo gabaabaaf turuu danda‟u(Long term memory) jedhamu. Odeeffannoon nuti akka salphaatti ilaallus ta‟ee inilaalle akka gara narvii dhageettii keenyaan keessummeeffamaniin gara „Short term memory deemu‟ yoo irra deddeebiin gabbifanne gara kutaa itti odeeffannoon yeroo dheeraaf kuufamuu dhaqu. Maloota ittiin gabbifannu keessaa tokko mari‟achuu, qaaccessuu, namatti himuu, ittiin gorsuu, dinqisiifachuufi kan kana fakkaatanidha. Yoo kana intaane, odeeffannoon yeroof nuti kuufanne baduu nidanda‟u jechuudha. Kana malees yaada sana namoonni nuti wajjin dubbannu (mari‟annu) gadi fageenyaan beeku yoo ta‟e, yeroo dubbifnu yaada akka sirreeffannuuf nugargaara. Walumaa galatti dubbisaan booda namoota biroo waliin yaadicha irratti mari‟achuun yaada gadi fagoo ta‟e akka nuti isaan irraa argannu waan nugargaaruuf baay‟ee barbaachisaadha.
d. Gaaffilee hubannaan walqabatan deebisuu Waan dubbifame haala barbaachisaa ta‟een hubatamuuf dhiisuu mirkaneeffachuuf gaaffilee dubbisichaan walqabatu deebisuu. Gaaffileen haala kanaan akka deebi‟aniif gaafataman hubannoo dhuunfaa irratti kan hundaa‟an waan ta‟eef qopha qophaan kan deebi‟aniidha. Gaaffileen haala kanaan dhuunfaadhaan hojjetaman soba yookaan dhugaa jedhamuun kan deebifaman, gaaffilee kan deebiin sirrii ta‟e keessaa filtamee deebi‟u, gaaffilee deebii gabaabaafi dheeraa qaban, gaaffillee haala kanaan deebi‟an dubbisaan hundinuu deebisuu yaaluu qaba. Yoo deebiin dogoggoraa kennames gadi fageenyaan ibsamuun dhugoomfamuu qabu. As keessatti deebii dubbistoonni kennan dandeettii afaanii (haala gaariin ibsuu danda‟uu) isaanii qofa osoo hinta‟in fooyya‟ina agarsiisaa deemuu isaanii (gadi fageenyaan yaaduun waan yaadan sana immoo seeraan ibsuu danda‟uu isaanii)fi hubannoo dubbisa irraa argachuuf gahumsa horachuu isaanii kan keessatti ilaalaa deeman ta‟a.

Dubbisuu keessatti rakkoolee hedduutu nama mudata. Rakkooleen mul‟achuu dandaa‟an kunis namaa gara namaatti adda adda ta‟uu danda‟a. Rakkooleen mudatan kunis yeroo yerootti sirrachaa inadeeman taanaan guyyuun guddachaa deemuun sadarkaa isaa guddifatee biyya irrattiyyuu dhiibbaa geessisaa deema. Rakkooleen dandeettii dubbisuu namootarra dhiibbaa geessisaa deemu jedhamanis kanneen akka waan dubbisanitti hiika sirrii kennuu dadhabuu, sirriitti dubbifamuu dhabuu barreeffamichaa, saffisa dubbisuu dhabuu, odeeffannoo waldhawaa facaasuufi kanneen kana fakkaataniidha.
👇👇👇👇👇♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️👇👇👇👇
Join ,Share and comment
https://t.me/+XOZnszN6CUphYzc0

20 last posts shown.