Forward from: Gaammee Media
Sababii 🐹Hamster Kombat dhaaf namoonni hedduun 👛Wallet fayyadamaa waan jiraniif yeroo ammaa 👛Wallet hamma hojii dhaabutti Busy ta'eera. Hojjettoonnis ariitiin bakkatti deebisuuf hojjechaa jiraachuu beeksisanii jiru. kanaaf namoonni isiniif hojjechaa hin jirre hamma sirraa'uutti xiqqo obsaa.