Hunda Ulfina Waaqayyoof!
Forward from: God's Word Presence! [GWP-MEDIA]๐บ
๐WAAQAYYO JALAA DIDUUN HAMAADHA!
Ibr.3:7-19
"โท Kanaafis akkuma hafuurri qulqulluun jedhu, "Har'a, sagalee Waaqayyoo yeroo dhageessan, โธ akkuma warra guyyaa qoramsaa sanatti lafa onaatti, Waaqayyo irratti ka'an sanaa, isin mata-jabeeyyii hin ta'inaa!
ยนยฒ Yaa obboloota nana! Isin keessaa tokko illee garaa hamaa isa hin amanne, isa Waaqayyo jiraataa irraa garagalus akka hin qabaannetti of eeggadhaa!
ยนยณ Garuu isin keessaa namni tokko illee gowwoomsaa cubbuutiin mata-jabeessa akka hin taanetti, guyyaan "Har'aa" inni nuyi sagalee Waaqayyoo itti dhageenyu utuu hin darbin, guyyuma guyyaatti wal jajjabeessaa.
ยนโด Nuyi amanannaa keenya isa duraa sana hamma dhumaatti jabeessinee yoo qabanne, warra Kristosittii qooda qaban in taana .
ยนโต Caaffanni qulqullaa'aanoo, "Har'a sagalee isaa yeroo dhageessan, akkuma warra isa irratti ka'an sanaa, isin mata-jabeeyyii hin ta'inaa!" in jedha;
ยนโถ Warri sagalee Waaqayyoo dhaga'anii isa irratti ka'an eenyufa'i? Warruma geggeessaa Museetiin biyya Gibxii ba'an sana mitii ree?
ยนโท Waaqayyo waggaa afurtama eenyufa'itti aare? Warruma cubbuu hojjetanii, lafa onaa keessatti kufanii, reeffi isaanii bakkeetti hafetti mitii ree?
ยนโธ Warruma isatti amanuu, isaaf abboomamuus didan sana irraa kan hafe, iddoo boqonnaa isaatti akka hin galle eenyufa'itti kakate?
ยนโน Egaa isaan amantii dhabuu irraa kan ka'e, iddoo sanatti galuu akka dadhaban, nuyi in argina."
๐ป*Saba isiraa'el ilaalaa, osooma gooftaan itti dubbatuu, osooma humnasaa arganii shakkan, abboomamuu didan, irrattu ka'an, lafa onaatti hafan (Ibr.3:7-19).
๐ป*Fara'ooniin ilaalaa, osooma irree Waaqayyoo arguu dideema mataa jabaate, xumurri isaa galaanaan awwaalamuu ta'e (Bau.14:8).
๐คฒ๐ป Waaqayyoon Dhagahuun nuuf Haa ta'u!
Eebbifamaa Guyyaa Gaarii!!
๐Wabi Gobana || Bible Preaching Site
๐GWP-Media ๐บ
๐ฅJoin and Share ๐๐๐
โ๐โ๐โ๐โข๐โข๐โโโโ
๐๐ผhttps://t.me/Gosp22
๐๐ผhttps://t.me/Gosp22
โ๐โ๐โ๐โข๐โข๐โโโโ