Forward from: Dirree Ispoortii
✍️Meesan Giriinwood jaalalleedhuma ishee yakkaan jireenya isaa barbadeessitee Ingilaand keessatti maqaa yakkitee Maan yuunaayitid dhiibee akka baasu taasiste sana irraa mucaa 2ffaa argatee jira.
✍️Meesan Giriinwuud taphataa dargaggeessa dandeettii ajaa'ibaa agarsiisun abdii Garee Biyyaalessa Ingilaand fi Maan yuunaayitid ta'a jedhamee yaadamaa ture sana waggaa tokkoof tapharraa adabamee osoo hidhaatu eeggata jedhamu bilisa bahe.dhalaan Ingilaand keessatti hiriira itti bahuun,miidiyaan Daboo itti wal waamee xureessee namummaa yakke.Maan yuunaayitid akka gareetti harka irra qabatee ittisuun osoo irra jiru ofirraa basee darbate.
✍️Jaalalli dhugaan akkasi garuu intalti sun jireenya isaas kan ishees balleessitee ammas walumaan jirti.addunyaan tun warra shiraan jiraatu malee hin feetu .miidiyaan Jara addaan baasuf yaalus jireenya jaraa balleesse malee jaalala irraa fudhachuu hin dandeenye.
✍️Ammas taanan Giriinwuud haala gaarii irra jira.waggaa tokkoof ergisaan Getafe turus bara darbe kilaba Maarsee dhaabbiin mallatteessee taphoota 20 hirmaaten galchiiwwan 13 galchuu danda'eera .