TGStat
TGStat
Type to search
Advanced channel search
  • flag English
    Site language
    flag Russian flag English flag Uzbek
  • Sign In
  • Catalog
    Channels and groups catalog Search for channels
    Add a channel/group
  • Ratings
    Rating of channels Rating of groups Posts rating
    Ratings of brands and people
  • Analytics
  • Search by posts
  • Telegram monitoring
Falaasama Addunyaa Chat

22 Aug, 18:03

Open in Telegram Share Report

Forward from: Falaasama Addunyaa
Yeroon ati rasaasa iti dhukaastu, hanguma waan ati Rukuttee mirga irratti argachuu barbaadde sanaa barbaachisaadha.

Ibidda akkuma inni waa gubuu eegaleen dhaamsuutu irra salphaadha. Ibidda fiixee muka kibriiti/tomaashoo irra jirtu afuuftee battala tokkoon ifa ishee dhaamsuu ni dandeessa. Gama biraatiin garuu hoomaan namootaa hangi barbaade birmatus ibidda gamoo guddaa qabatee jiru laafaatti dhaamsuu hin danda'u.

Tuffattee yoo dhiistee rakkooleen tokko tokko caalaati babal'achaa adeemu. Wayita oolanii bulanii jedhan immoo rakkoolee kanniin buqqisuun daran ulfaataa ta'a.Yoo dafanii tarkaanfii fudhatan dhukkubni kaanserillee ni fayya. Barfachuu irra rakkoo simudate tokkoof daftee yoo furmaata kennite wayya.Rakkinni yeroodhaan furmaata hin arganne duuba irra balaa cimaa fida. Yeroon ati rakkina keef furmaata itti barbaaddu amma.

Dursii tarkaanfi fudhadhu. Dhukkuba wal'aanuu irra dursanii ittisuutu irra dansaadha. Yoo daftee tarkaanfii ittisuu fudhatte rakkooleen akka hin babaľ'anne ukkaamsita.Rakkinakichummaa"Isheetti buqqisuun humnaa fi yeroo baay'ee hin barbaadu, Akka gara boodaa irratti shororkaa sirratti hin uumnetti hojilee barbaachisoo ta'an amma dalagi. Carraa mllkaa'uuf qabdu ol guddisuuf gufuu tokko akkuma argiteen battala tarkaanfli irratti fudhadhu.


@Falaasama_Addunyaa
Catalog
Channels and groups catalog Channels compilations Search for channels Add a channel/group
Ratings
Rating of Telegram channels Rating of Telegram groups Posts rating Ratings of brands and people
API
API statistics Search API of posts API Callback
Our channels
@TGStat @TGStat_Chat @telepulse @TGStatAPI
Read
Академия TGStat Telegram Research 2019 Telegram Research 2021 Telegram Research 2023
Contacts
Справочный центр Support Email Jobs
Miscellaneous
Terms and conditions Privacy policy Public offer
Our bots
@TGStat_Bot @SearcheeBot @TGAlertsBot @tg_analytics_bot @TGStatChatBot