Forward from: Falaasama Addunyaa
Jireenyi akka suuqii bakka waan barbaadde filattuuti.
Bilisummaan guddichi addunyaa kana irra jiru bilisummaa waa filachuuti. Namni waa filachuu yookiin murteessuu hin dandeenye harka qullaa gara mana isaatti kan deebi'u ta'uun beekamaadha. Wayita filannooleen garaa garaa siif dhihaatan filannoolee jiran gidduudhaa isa siif caalaatti bu'aa qabu irratti kan xiyyeeffattu ta'uun kee hin shakkisiisu.
Filannoolee jiran keessaa isa tokko fudhachuu yoo barbaadde warra kaan gatuuf murtii kennuu qabda jechuudha.Namni hundumaa dhuunfachuu barbaadu waan tokkollee hin
argatu. Dandeettiin yeroodhaan murtii kennuu waraanicha mo'uuf ulaagaa murteessaadha. Rakkina tokkoof furmaata kennuuf rakkinicha kallattii garaa garaatiin ilaaliitii wantoota fala ta'uu danda'u jettee yaaddu hunda tokko tokkoon tarreessi.
@Falaasama_Addunyaa