TGStat
TGStat
Type to search
Advanced channel search
  • flag English
    Site language
    flag Russian flag English flag Uzbek
  • Sign In
  • Catalog
    Channels and groups catalog Search for channels
    Add a channel/group
  • Ratings
    Rating of channels Rating of groups Posts rating
    Ratings of brands and people
  • Analytics
  • Search by posts
  • Telegram monitoring
Falaasama Addunyaa Chat

25 Sep, 20:02

Open in Telegram Share Report

Forward from: Falaasama Addunyaa
Umrii koo xiqqoo kanaan balbala gammachuu jedhaman hunda banee ilaaleen jira. Garuu ammas gammachuu hin qabu,” naan jette. Mee balbala gammachuu kam-kam bantee ilaaltee jirta? jedheen deebisee gaafadheen.

Dhugaa dubbachuuf, ija dubartii tanaa keessa gaafaan ilaalu, gammachuu arguu mitii, Nama maqaa “gammachuu” jedhamee waamamu illee argitee hin beektu.Haa ta’u malee, osoo homaa hin taane, deebii ishee dhagahuu waan narra jiraatuuf ammaaf haa obsu.

Dubbachuu jalqabde!❗️🤫🤫

“Ani gammachuu argachuuf ‘suusii’ waan jedhamu mara argeen jira. Dhandhamees jira. Nyaadhees quufuuf yaaleen jira,” naan jette.
Anis deebiin ishee kanuma taha jedhee waanan eegaa tureef, nan ajaa’ibne.Balballi gammachuu dubartiin tuni jettu hundi — balbala fooniiti.Gaafa foon gammachiiftu, onneen kee ni cinqamti.

Seenaa kanarraa maal baranna?

#Gabaabumatti...🩸

Seenaa kanarraa wanti barachuu qabnu yoo jiraate,barachuu caalaa, qan-siraa hojjechuun gaarii akka ta’eedha.Inni biraa immoo isuma duraa sana dagachuu dhabuudha.Inni dhugaa immoo "Balbala Rabbii bananii seenuuf yaalii gochuudha.
Catalog
Channels and groups catalog Channels compilations Search for channels Add a channel/group
Ratings
Rating of Telegram channels Rating of Telegram groups Posts rating Ratings of brands and people
API
API statistics Search API of posts API Callback
Our channels
@TGStat @TGStat_Chat @telepulse @TGStatAPI
Read
Академия TGStat Telegram Research 2019 Telegram Research 2021 Telegram Research 2023
Contacts
Справочный центр Support Email Jobs
Miscellaneous
Terms and conditions Privacy policy Public offer
Our bots
@TGStat_Bot @SearcheeBot @TGAlertsBot @tg_analytics_bot @TGStatChatBot