Forward from: Falaasama Addunyaa
Oduu Ajaa'ibaa
Dargaggoo guyyaa tokkotti shamarran lama fuudhe.
Gola kibba Oromiyaa Aanaa walaabuu lixaatti dargaggeessi Gammachuu Bayyanaa jedhamu guyyaa tokkotti Dubara lama (2) fuudhuudhaan Rikkardii Galmeessee Jira.