#Ibsa_Gaddaa
Yuunivarsiitii Odaa Bultumitti barataa Kolleejjii Saayinsii Fayyaa Muummee ‘Nursiingi’ waggaa 2ffaa kan ture Maahir Abdallaa Aadam dhibeen tasaa isa muudatee yaalamaa osoo jiruu du'aan addunyaa kanarraa boqateera.
Yuunivarisiitiin Odaa Bultum du’aan boqachuu barataa Maahir Abdallaa Aadamitti gaddi cimaan kan itti dhaga’ame ta’uu ibsaa, maatii, firoottan, hiriyootafi barsiisota isaa maraaf jajjabina hawwa.
@ABDII_SABAA_MEDIA