Wantoota dinqisiisoo
waa'ee sammuu keenyaa 🙊
1. Sammuun namaa
%6 cooma irraa uumame.
2. Sammuun namaa waggaa
25tti ijaaramee xumurama.
3. Dandeetiin kuusuu
sammuukee daangaa hin qabu.
4. Sammuunkeenya sa'a tokko
keessatti saffisa mile 268 odeeffannoo geejiba.
5. Gidduugaleessan, spinal kordiin namaa waggaa 4 keessatti guddina dhaaba.
6. Meeshaan odeeffannoo qaama keefi sammuu kee wal jijjiiruu spinaal koordii jedhama.
7. Sammuun nama pawuundii sadi ulfaata. Kan dhiiraa garuu kan dhalaa ni caala.
8. Sammuun ofiisa
of qorrisiisuu danda'a.
9. Tishuun sammuu xiqqoon ishee newuuronii 100,000fi sayinaapsii bilihona tokko irraa ijaarama.
10. Sammuun namaa humna ibsaa waattii 23 maddisiisuu danda'a. (Ampuulii tokko ibsuuf gahaadha).
Sammuu nagaa qabaadhaa!
@Dhimma_Fayyaa 🩺