Madaa'uu Garaachaa/Mar'imaanii ~ 𝖕𝖊𝖕𝖙𝖎𝖈 𝖚𝖑𝖈𝖊𝖗 𝖉𝖎𝖘𝖊𝖆𝖘𝖊
Madaa'uu garaachaa/mar'imaanii maaltu fida?
- Bakteeriyaa garraachaa H. Pylori jedhamu
- Qorrichoota "Steroids" jedhaman kan dhukkuboota akka alarjikiif, kulkula garaagaraaf kennaman akka (prednisone, Hydrocortisone...) fi "NSAIDS" jedhaman kan dhukkubbii tasgabassuuf fayyadamnu, kan akka Asprin, Ibuprofen, Diclofenac, ... kan kana fakkaatan
• Dhiphina sammuu
• Gubaa/ gubbachuun
• Miidhama sammuu keessaa
🔵 Dhukkuba Madaa garaachaa/mar'imaaniif maaltu nama saaxila?
• Umurii 50 ol ta'uu
• Tamboo xuuxuu
• Dhugaatii alkoolii baayyisanii dhuguu
• Seenaa maatii keessa dhibeen kun jiraachuu
🔵 Madaan kun bakka gurguddoo lamatti uumamuu danda'a
* Madaa garaachaa
* Madaa mar'imaan xiqqaa - kutaa mar'amaanii garraachatti aanee argamu "deodnum" jedhamu.
Mallattoolee Madaa'uu Garraachaa/Mar'imaanii
• Gubaa garaa laphee jalaa (daqiiqaa 15 - 30 nyaata booda eegalu -> Madaa garaachaa yoo ta'u)
• Gubaa sa'aatii 2 booda eegalu -> Madaa mar'imaanii irratti.
• Hoqisiisuu fi lollocuu
• Ulfaatina hir'isuu madaa garaachaa irratti, Madaa mar'imaanii irratti ulfaatina dabaluun jiraachuu mala.
• Dhiiga oldeebisuu
• Bobbaan(udaanni) gurraacha'uu
🔵 Kanaaf madaa'uu garaachaa irraa irraa ofeeguuf, waantota nusaaxilan armaan olii irraa ofeeguun barbaachisaadha.
🔵 Yoo mallaattooleen dhukkuba garaachaa jiraate mana yaalaa dhaquun qoratamuun yaalamuun barbaachisaadha.
🔵 Yaalamuu yoo baate maal fidaa?
• Dhiguudhaan, Hanqina dhiigaa fidaa
• Dhiitta'uun nyaatni akka hin dabarre gochuu danda'a.
• Ulfaatina qaamaa hir'isuu
• Garaachi yookiin Mar'imaan urachuun, yoo baqaqsanii yaaluun hin yaalamne hanga lubbuu dabarsuu qaqqabsiisuu danda'a.
@Dhimma_Fayyaa 🩺