⚠️ Namoonni qilleensa ho'aa keessatti caalaa dhukkubsatu
Namoonni dhukkuba yeroo dheeraa kan akka nyaataa lafee (arthritis) qaban irra caalaa guyyaa duummeessaatti dhukkubbiin akka itti dhagahamu qorannoon tokko mullise.
Akkuma aadttattis kan qorrii dhukkubbi cimsa jedhu jiraatulleen, garuu qorannoo dhiibbaa haala qilleensaa irratti hojjataman muraasatu taasifame. Yunivarsitiin Maanchastar namoota 2,500 irraa odeeffannoo karaa bilbilaatiin irraa walitti qabamuun qorannoo taasiseen, akka guyyaa ho'aa fi dummeessaatti dhukkubbiin caalaa akka cimu hubateera. Qorannichis kun maaliif ta'u danda'e kan jedhuu caalaa qorachaa jira. Namoonni tokko tokkoos haala dhukkubbii jilba isaaniirratti itti dhagahamurraa ka'uun qofaa haalli qilleensaa guyyaa maala akka fakkaatu raagu danda'u. Fakeenyaaf, sababii qorraatiin muraasni miira buusaa irratti itti dhagahamuun raagu.
@Dhimma_Fayyaa 🩺