Adaraa Waaqaa Harka keessan diriirsaafii
"Kadhannee Wal Awwaaluurraa Kadhannee wal haa yaalchifnu".
Ergaa Deeggarsaa Ariifachiisaa...
Artistiin Gameessa fi Jaalatamaa, waggaa 30 oliif Artii Oromoo Keessatti Aaree, boba'ee ramaccii ta'ee bara afaan oromoo dubbatamuu sodaatamutti keesumaa gama Diraamaa, Fiilmii fi tiyaatiraan Aadaa, Duudhaa fi safuu oromoo beeksisuu fi waltajjiitti baasee dubbataa kan ture artist Tasammaa Galataa yeroo ammaa kana dhibee dhukkuba kaanserii dhiigaatiin qabamee eega mana kireeffatee jiraatu keessa ba'uu dadhabee kunoo ji'a jaha guutee jira. haaluma kanaan dhukkuba kanaaf qoricha kiimoo jedhamu hospitaala paawuloositti eegalus, qorichi kun qaala'iinsa gatii irraan kan ka'e guyyaatti qarshii 15,000-20,000 baasuun humnaa ol itti ta'eera. mana kiraas kan kanfalatu dhabee dhukuba isaa waliin cinqii keessa jira. kanummarraa ka'uudhaan akka dooktarootarraa odeeffannetti dhukkubni kun sadarkaan isaa isa jalqabaa waan ta'eef humni yoo jiraate biyya alaa deemee yoo yaalame dafee akka fayyuu danda'u nuuf himaniiru.
Haata'uutii artistiin tokko sanuu artistiin oromoo biyya alaa deemee yaalamuu miti asittu kan itti dawwaa bitatu hinqabu.Tasammaanis Akkasuma.
kanaafuu Uummanni Oromoo, Mootummaan naannoo oromiyaa, oromonni biyya alaa, Abootiin qabeenyaa fi namoonni dhuunfaa hanga dandeenye waliif gumaachinee akka biyya alaa deemee yaalamu kaan ciree keenya dhiifnee , kaan laaqana bira dabarre kaanimmoo hirbata bira tarree qabeenya uummataa Tasammaa Galataatiif harka keenya haadiriirsinuufii dhaamsa keenya.
Waliif haabirmannu..waliif haabirmannu !!!!!
Tasammaa Galataa
CBE- 1000345360399
Awash - 01320023848800"
CBO- 1000039297721
Hadha Warraa Isaa Roman Asaffaa
CBE 1000144102154
Odeeffannoo dabalataaf 091145 9364 Tasammaa/ Roomaan 0927190480 jimaa naqunnamuu dandeessu.
#share waliif haagoonu.
@Fiilmiin