Репост из: Oromia Bank
Tilmaama Sharafa Alaa guyyaa irratti Boonasii Harka lama!
Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa
በእለቱ የዉጭ ምንዛሪ ተመን ላይ 2 በመቶ ተጨማሪ ጉርሻ!
ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ
Exchange Rate Applicable for Monday, December 30, 2024, in all Oromia Bank branches.
Kabajamtoota Maamiltoota keenya,
Karaa wakkiilota daddabarsa maallaqaa nu waliin hojjetaniin maallaqa biyya alaatii firaa fi aantee keessan irraa isiniif ergame Baankii Oromiyaa irraa wayita fudhattanii qusattanii fi mallaqa biyya alaa harka keessan irra jiru dameelee Baankii Oromiyaatti wayita sharafattan tilmaama Sharafa Biyya Alaa kan guyyaa irratti Boonasii dhibbeentaa lama (2%) tajaajila saffisa qabu waliin argattu.
ውድ ደንበኞቻችን!
ከእኛ ባንክ ጋር ከሚሰሩ የገንዘብ አስተላላፊ ወኪሎች በኩል ከወዳጅ ዘመድዎ ከውጭ ሀገር የተላከልዎትን ገንዘብ ሲቀብሉ፣ ከባንካችን ተቀብለው ሲቆጥቡ እና በእጅዎ የሚገኙትን የውጭ ሀገራት ገንዘቦች በባንካችን ቅርንጫፎች ሲመነዝሩ በእለቱ የውጭ ምንዛሪ ተመን ላይ የሚሰላ የ2 በመቶ (2%) ጉርሻ ከፈጣን መስተንግዶ ጋር ያገኛሉ፡፡