Kun Dhugaadha! ✅
➿➿➿➿➿➿
⏺ Kiristoosiif lubbuun hin jiraanne, boqonnaa hin qabdu.
⏺ Mootummaa Waaqayyoof humni hin dadhabne; homaaf kan hin taanedha.
⏺ Ulfina Waaqayyoof umuriin hin jiraatamne; akkasumaani.
⏺ Wangeela Waaqayyoo hafuurri hin lallabne; iyya foolii urgaa hin qabnedha.
2Qor. 5
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹ Godoon jireenya keenyaa, [kana jechuunis dhagni keenya,] lafa kana irraa yoo jige, ijaarsa harki namaa hin ijaarin, mana bara baraan bantii waaqaa keessa jiraatu, Waaqayyo biraa akka qabnu in beekna.
² Isa ammaa kana keessatti baay'ifnee in aadna, mana keenya isa waaqa irraas irrumatti dabalachuudhaaf in hawwina.
Filp. 3
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²⁰ Nuyi garuu nama biyya waaqa irraa ti; "Gooftaan keenya fayyisaan keenya Yesus Kristos achi nuuf dhufa" jennee eegganna.
²¹ Inni humna isaatiin bifa dhagna keenyaa isa gad deebi'aa diddiiree, akka dhagna isaa isa ulfina-qabeessaa gochuu in danda'a; humna kanaanis waanuma hundumaa of jala in galcha.
ˡᶦᵏᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ
🔔
ᵘⁿᵐᵘᵗᵉourᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ
@Getu_Official ☑