Walumaa Galatti Abbaltiin Garee Keenyaa Isa kana fakkaata Eebbifamaa ‼️
Waaqayyo Dachaa Dachaan Ayyaana Fi Ogummaadhan isin Haa Guutu‼️
Nuu jiraadhaa ‼️🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Namoonni Baay'een 8, 7, 6..... Hanga 4 galmeessan baay'een isaanii jiru ,Wanti guddaan Qabxii olaanaa Fi Gadaanaaa ilaaluu osoo hin Taane Sagalee waaqayyoo Bifa Garaa Garaan Wal qo'achiisudha
Dhuguma Wanti Kun Waaqayyotti Akka Tolu Namni kamuu Beekuu kan qabuudha ❗️
Hundinuu Dhidhimee baduuf Jira Garuu Sagaleen Waaqayyoo Baruma Baraan jiraata‼️
Eebbifamaa Isin jaalanna♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️