6. Waa'ee abdii isa nu keessa jiruuf, deebii barbaaduuf nama nu gaafateef deebii gahaa tahe deebisuudhaaf Maal gochuutu nurraa eegama❓
Опрос
- A. Deebii keenya arraba jabaadhan kennuu
- B. Yaada garaa Keenyan ceepha'amnee jiraachuu
- C. Deebii kenninurratti nama safeeffachuu dhiisuu
- D. Yeroo Hundumaa qophaa'oo tahuu
- E. Hundinuu Deebii tahu