𝐃𝐄𝐄𝐁𝐈𝐈
6ffaa
"D" 1Phex 3:15
7ffaa
"B" 1Phex 3:17
6ffaa
"D" 1Phex 3:15
15 Kristosiif garuu akka gooftaatti garaa keessan keessatti ulfina addaan ba'e kennaaf! Waa'ee abdii isin keessa jiruuf, nama isin gaafatee, deebii isin irraa barbaaduuf, deebii ga'u deebisuudhaaf yeroo hundumaa qophaa'oo ta'aa!
7ffaa
"B" 1Phex 3:17
17 Isa hamaa godhaniif dhiphachuu mannaa, jaalala Waaqayyoo taanaan, sababii wanta gaarii godhaniif dhiphachuu wayya*.