𝐃𝐄𝐄𝐁𝐈𝐈
8 "D" 1Phex 3:21
9. "A" 1Phex 4:8
10."C" 1Phex 5:2-3
8 "D" 1Phex 3:21
21 Kunis fakkeenya cuuphaa isa isin amma ittiin ooltanii ti; cuuphaan waan ittiin karaa du'aa ka'uu Yesus Kristos, yaada garaa nama hin ceephaane argachuudhaaf, Waaqayyotti himatanii dha malee, waan ittiin xurii dhagnaa dhiqatan miti*.
9. "A" 1Phex 4:8
8 Baay'inni cubbuu akka deebi'ee hin argamne kan godhu jaalala waan ta'eef, hundumaa dura immoo jaalala ho'aa waliif qabaadhaa!
10."C" 1Phex 5:2-3
2 Karra hoolotaa isa Waaqayyo tikaaf isinitti kenne sana, giddiidhaan utuu hin ta'in, jaalalaan, akka Waaqayyo barbaadutti, bu'aa nama yeellaasisu irraa argachuuf utuu hin ta'in, of kennuudhaan egaa*!
3 Hoolota karra sanaaf fakkeenya ta'uudhaan egaa malee, warra tika keessan jala jiran irratti gooftummaa argisiisuudhaan miti.