Jaalattoota channel keenyaa hundaafuu, Nagaan Waaqayyoo isiniif haa baay’atu! Galgala kana kadhata Galgalaa waliin qooddachuu barbaanna. Waaqayyo guyyaa guutuu nu eeguu fi nu kunuunsuuf galata haa galchinu. Yeroo kadhannaatti nu waliin hirmaadhaa.
Ergamaan Phaawuloos
2Xim 1:3 irratti akka Kana jedha👇
In Kadhanna 🤦🤦🤦🤦
-Yaa Isa Aangoo Fi Olaantummaan kan Kee tahe Galanni Fi ulfinni guddaan Maqaa keef Haa Tahu 🙏
- Gitaa Fi qixa kan hin qabne ati waaqayyoodha Maqaan Kee Baraa hamma Bara baraatti haa ulfaatu
- ATI Isa Jiraataadha Yaa Isa Akka jiraannuf karaa nuu laatte Bara Baraan galateeffami
-Nuun gargaartee , nuun jabeessitee, Bara hamaa Fi balaa tasaa baay'eesaa nuun oolchite Wanti Siif laannu Yoo jiraate Galata duwwaadha ijaa oolmaa keef galanni guddaan ol waaqarratti siif haa Baay'atu
-Yaa Waaqayyo, guyyaa kana keessa dogoggoraa fi badii hojjenneef dhiifama nuuf godhi. Gara fuulduraatti si gammachiisuu Akka dandeenyuf Afuura Qulqulluu keen nu gargaari.
-Kunoo Yeroo kanatti Immoo gaarummaa Kee miyeeffannee, Waaqummaa kee beeknee Nuti Namoonni cubbamoonni Fi dadhaboonni Kun Biyya keenyaf, Maatii keenyaf, Waldaa Keenyaf, addunyaa kanaaf si kadhanna, hir'uu jiru guutun, rakkoo jiru furuun, Gaaffii jiru deebisuun, Bultoo bade deebisuun, Galgala Kana Tola Waaqummaa kee nuuf haa tahu
Warra dhukkubsatan, warra gaddan fi warra rakkatan hundaafuu, yaa Waaqayyo gargaarsa kee ol waaqarraa ATI isaaniif ergi.
Nagaa fi tasgabbiin haa jiraatanu
Addunyaa dukkanaa kana keessa nagaan Kee haa bu'u Hunduma keenyaafuu ati nagaa keenya akka taatu si kadhanna Yeroo kanaa jalqabee Nagaan kee Gola keenya haa galu
-Ati qilleensaaf galaanarrayyuu karaa qabda yeroo kanaa jalqabee Jireenyi Nama qilleensa kanarratti barruu kana dubbisuu haara'uu haa jalqabu
- Wanti Jireenya keenyaf yaaddoof baa'aa ulfaataa tahee Jiru Hundinuu Humna Du'aa Ka'uu keen irreef Aangonsaa haa Urreeffamu
- Kunoo Yeroo kanatti Immoo Yeroo rafnu, ergamoonni kee nu eeganii boru ganamaan fayyaatti akka kaanu nu gargaari.
Ganama Yeroo kaanutti Abdii haaraa fi humna haaraa nuuf kenni.
-si kadhanneerra Nuuf kadhatami
-waan Hundumaa waan hojjettuuf siif haa galatu
-Maqaa tokkicha Ilma Kee Yesuusin Ameen 🙏🙏🙏
Eebbifamaa ‼️
Ergamaan Phaawuloos
2Xim 1:3 irratti akka Kana jedha👇
3 Waaqayyoon, isa ani akkuma abboota kootii yaada garaa qulqullaa'aadhaan hojjedhuuf, nan galateeffadha; kadhata koo halkanii fi guyyaa keessatti yeroo hundumaa sin yaadadha jedha