⭐️Kan Akka Waaqayoo Nuuf Ta'u Eenyuyyuu Hin Jiru, Inni Waan Hundumaa Keenyadha.
1 Yaa Waaqayyo, ati Waaqayyo koo ti, ani sin barbaada; lubbuun koo akkuma bishaanii si dheebotti, akka lafti bishaan dhabee, gogee dhama of keessaa fixus, foon koo si yaadee in gaggaba;
2 kana irraa kan ka'es aangoo kee fi ulfina kee arguudhaaf iddoo kee isa qulqullaa'aa keessa ijaan sin barbaaddadhe.
3 Gaarummaa kee argachuun, jireenya ani amma jiraadhu irra in wayya, kanaafis arrabni koo si jajata;
📌 Ega Bor Waldaan Hin Hafamu! Ayyaanni Isiniif Haa Baay'atu!
Halkan Gaarii!!
🔔GWP-Media || Sagalichi Jireenyadha!
Macaafa Faarfannaa 63:1-3