የሂጅራ ባንክ የቦርድ አመራሮች እና የማኔጅመንት አባላት በዛሬዉ እለት የ2024/25 የግማሽ ዓመት የስራ አፈፃፀም ግምገማ እና ዉይይት በስካይ ላይት ሆቴል አድርገዋል።
በግምገማዉም ባንኩ ላለፉት 6 ወራት በተለያዩ ዘርፎች እያስመዘገበ ያለዉን ስኬት በማንሳት እና የተለያዩ ርዕሰ ጉዳዮችን በመዳሰስ እንዲሁም የወደፊት አቅጣጫን በማስቀመጥ ዉይይቱን በስኬት አጠናቋል።
Hooggansi Boordii fi Maanejimentii Baankii Hijraa gamaaggama raawwii walakkaa waggaa 2024/25 guyyaa har’aa Hoteela sky Lighttti gaggeessee jira.
Gamaaggamichaanis milkaa’inaa Baankichi kallattii garagaraatiin ji’oota Jahan dabran galmeessaa turee fi dhimmoota adda addaa kaasuudhaan erga mari’atamee booda, kallattii gara fuulduraa kaa’uudhaan walgahicha haala milkaa’een goolabeera.
#HijraBank #MidYearReview #BankingSuccess #TeamworkMakesTheDreamWork #FinancialGrowth #FutureDirections