Ani Phaawulos fedha Waaqayyootiin ergamaa Kristos Yesus kanan ta'e, warra Kristos Yesusitti amananii, Waaqayyoof qulqullaa'anii mandara Efesoon jiraataniif kana caafuu koo ti.
2 Waaqayyo abbaan keenya, gooftaan keenya Yesus Kristosis ayyaana, nagaas isiniif haa kennu!
*1 HoE 18:19-21; 19:1; Rom 1:1; 1Qor 1:1-2
*2 Rom 1:7
2 Waaqayyo abbaan keenya, gooftaan keenya Yesus Kristosis ayyaana, nagaas isiniif haa kennu!
*1 HoE 18:19-21; 19:1; Rom 1:1; 1Qor 1:1-2
*2 Rom 1:7