Hundinuu yakkaniiru, ulfinni Waaqayyoos isaanitti hir'ateera. Isaanumti immoo ayyaana Waaqayyoo isa karaa furii Yesus Kristos tola isaaniif kennameen, qajeelota in ta'u. Inni dhiiga isaa dhangalaasee du'uudhaan warra isatti amananiif mi'a araaraa haa ta'uuf, Waaqayyo isa dhaabe. Waaqayyo ofii isaa qajeelaa akka ta'e mul'isuudhaaf kana godhe; obsa isaatiinis cubbuu namoonni kanaan dura hojjetan irra darbeeraaf. Bara sanaattis Waaqayyo qajeelummaa isaa argisiisuuf inni ofii isaa qajeelaa ta'uu isaa, nama Yesusitti amanus qajeelaa gochuu isaa mul'iseera.
*21 1:17; HoE 10:43
*22 Gal 2:16; Filp 3:9
*23 3:9; 1Yoh 1:8
*24 5:1; Efe 2:8-9; Tit 3:7
*25 Lew 16:5-15; Efe 1:7
Roomaa 3:23-26
*21 1:17; HoE 10:43
*22 Gal 2:16; Filp 3:9
*23 3:9; 1Yoh 1:8
*24 5:1; Efe 2:8-9; Tit 3:7
*25 Lew 16:5-15; Efe 1:7
Roomaa 3:23-26