Wantootatti gara laafummaa fi jaalalaan itti dhiyaadhu. Wantoonni guyyaa kee keessatti raawwataman tokko tokko yeroo sanatti dhaga’uun ykn hubachuun rakkisaa ta’uu danda’a, garuu miirrii kee si keessa yaa’aa akka jiru yaadachuu qabda. Miirri kee akka si bira ga’u hin heyyamiin, yeroodhaaf kan ta’uudha.
GORSA JIREENYAA✅️
━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechota_hayota
GORSA JIREENYAA✅️
━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechota_hayota