🌐Ofitti amanuun tarkaanfii jalqabaa gara milkaa’inaati. Dandeettii kee amanadhu. Ati adda ta'uu kee fi abjuu kee galmaan ga'uuf dandeettii akka qabdu amani.
♻️Namni dandeettii ofiitti amanu waanuma fedhe gochuu danda’uu qaba.
❤️Namoonni waan hin danda'amne galmaan ga'uu isaanii argina. Wantoota hin danda'amne gara dhugaatti akka fidaniif kan isaan gargaaru amantaa, ofitti amanamummaa fi fedhiin waan hojjechuudha.
Atis gochuu dandeessa! Of amanuuf yaalii !
ATI GOCHUU DANDEESSAA ofitti himi!
Like|Share|Save