🔵Namoonni milkaa’ina argatanii fi galii yoomiyyuu baasuu danda’an caalaa argachuu danda’an, miliyoonaa fi biliyoonaan hundi isaanii maallaqa sanaaf hin hojjetan. Yeroo carraan hundi isaantti faallaa fakkaatuttillee abjuu isaanii irraa abdii akka hin kutanne fedhii waan qabaniif hojjetu.
🔵 Waan gochuu barbaaddu beekii ari'i, abjuu kee gonkumaa hin dhiisin. Kana gochuu kan dandeessu yeroo hunda ofitti amanamummaa qabaachuudhaan.🟠
👍Waan dhugaan barbaaddu si qofatu beeka.✔️
Like 👍 Share 📢 Save 🔖